Ajab! Faayidaa shubbisuun qabu

Ibsa waa'ee viidiyoo,
Ajab! Faayidaa shubbisuun qabu
Maxxanfame

Shubbisuu beektuu? Shubbisni sochii qaamaa qofa isinitti fakkaata ta'a.

Butuutuu tiishuu wajjin walqabatee rakkoowwan fayyaa sammuu dhufan ittisa jedhu ogeeyyiin.

Viidiyoo guutuu YouTube BBC Afaan Oromoorraa daawwadhaa.