Ajab! Namicha 'aariin' konkolaataa walirra naqe
Ajab! Namicha 'aariin' konkolaataa walirra naqe
Maxxanfame
Konkolaachisaan kuni ''aariin'' konkolaataa walitti naqe, mana dhugaatii 'daaraa godhe'. Taateen kuni Ingilaanditti mudate.
Sababnimmoo dubartiin liftii isa gaafachuu diddee kaan waliin waan deemteefi.
Achi duubaan dhufee rukutuu yaale. Manni murtiis ji'a 23'f hidhaa itti mure.
Akkasumas, waggaa sadiif akka hin oofne adabe. Daawwadhaa!



