Hubannoon Namtolchee 'balaa qaba'

Ibsa waa'ee viidiyoo,
Hubannoon Namtolchee 'balaa qaba'
Maxxanfame

Ogeeyyiin Hubannoo Namtolchee (AI) irratti qorannoo gaggeessan waggoota dhufan 10 keessatti AI dhala namaa balleessuu danda'a jedhan.

''Hubannoon namtolchee dhala namaa hunda ajjeesuu danda'a jennee amanna!

''Ani akka dhuunfaa kootti AI wanta kana waggaa kudhan itti aanan keessatti raawwachuuf carraa 10% ol qaba" jedhe dhaabbata Antroopiik keessa kan hojjetu Avaan Habingaa.

Tiraamp garuu yaaddoo kana mormu. Yaaddoon AI 'oduu sobaati' jedhan.

Viidiyoo guutuu YouTube BBC Afaan Oromoorraa daawwadhaa.