Obbo Taayyee maaf 'dhiifamaan' gadhiifamuu didan?

Ibsa waa'ee viidiyoo,
Obbo Taayyee maaf 'dhiifamaan' gadhiifamuu didan?
Maxxanfame

Dhihoo namoonni siyaasaafi kaan hidhaa turan Bara Haaraa Itoophiyaaf dhiifamaan gadhiifamaniiru.

Kanneen gadhiifaman sanada dhiifamaa mallatteessaniiru. Obbo Taayyee Danda'aa didaniitii?

Hidhamtoonni himanni isaanii akka adda cituuf haaldureen mootuummaan kaa'e hoo maali?