Doktaroonni Oromoo maal gumaachaa jiru?
Doktaroonni Oromoo maal gumaachaa jiru?
Maxxanfame
Dhaabbanni doktoroota Oromoo biyya alaa jiraniin hundaa'e meeshaalee yaalaa doolaara miiliyoona 1 ol walitti qabuu beeksise.
Meeshaalee kanas Naannoo Oromiyaa keessa bakka tajaajilli yaalaafi meeshaaleen yaalaa hanqatanitti geessuu hime.
Hundeessitoonni dhaaba kanaa 'kayyoon keenya haadholiin qe'eedhuma isaanitti nagaan deessee mana akka galtudha' jedhu.
Viidiyoo guutuu isaa YouTube BBC Afaan Oromoorraa daawwadhaa.



