Paayilatii xiyyaara Iraan rukutterraa oole maal hima?
Paayilatii xiyyaara Iraan rukutterraa oole maal hima?
Maxxanfame
Balaliisaan jeettii waraanaa US xayyaarri waraanaa inni keessa ture Iraan keessatti haleelamee caccabe waa'ee mudannoosaa yeroo jalqabaaf miidiyaatti dubbateera.
Koloneelli Humna Qilleensaa US nageenyasaaf jecha maqaansaa dhokfame kun ergama waraanaa "Dude 44 Bravo" jedhamu bahachuuf ergame.
Waahilasaa tokko walin jeettii waraanaa ammayyaa F-15E jedhamtu yaabbatanii halkan walakkaa kan bobba'an.
Guutuu viidiyoo kanaa YouTube BBC Afaan Oromoorraa daawwadhaa.



