Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
'Bofa madaqsinaan toshituu jedhan'
'Bofa madaqsinaan toshituu jedhan'
Maxxanfame
Namoonni baay'ee bofa baay'ee sodaatu. Dubartiin kuni waan ishiin gootu ajaa'iba.
Orma miti maatiin isheeyyuu waan ishiin gootu hin jaalatan. Harmeen ishee waatu sammuu si seenee ittiin jedhaniiru.
Kaan kuni tolchituudha jedhaniin. Kaan manashee dhaquu dhiisan.
Maqaan ishee Taayiwoo Okikiyoolaa jedhamti. Lammii Naayijeeriyaadha.