Asab maaliif one?
Asab maaliif one?
Maxxanfame
Buufata Ertiraa Itoophiyaan ijarra buufatte, Asab, yeroo dheeraaf tajaajila malee onee jira jedhu ogeeyyiin.
Sababoonni ijoo afur buufanni qarqara Galaana Diimaatti argamu oneef daawwadhaa.
Viidiyoo guutuu asii daawwadhaa!



