Andu'aalam maal weellise?
Andu'aalam maal weellise?
Maxxanfame
Weellisaa Andu'aalam Gosaa wallee haaraa gadhiisuuf akka jedhu BBC'n odeeffate.
Kuni waggaa dura du'a jaalallee isaa Qananii Addunyaan shakkamee dhimmi isaa seeraan erga ilaalamuu jalqabee hojii jalqabaa ummatatti itti bahudha.
Dhimmi seeraa isaa maalirra gahe? Deebii abbukaatoon isaa kennan asii daawwadhaa.



