Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Haleellaa US booda viidiyoon ibidda kibba Iraanitti ka'e mul'ise
Haleellaa US booda viidiyoon ibidda kibba Iraanitti ka'e mul'ise
Maxxanfame
Ameerikaafi Iraan irra deebiin guyyaa lammataaf wal haleelaa jiru.
Viidiyoon kibba Iraanitti waraaname ibiddi haleellaa booda yeroo ka'u mul'iseera.