ASHAMAA!
Akkam jirtu hordoftoota keenyaa?
Toora odeeffannoo kallattiin isin biraan geenyu jalqabneerra.
Filannoo Israa'el keessatti gaggeeffamaa jiruufi odeessaalee idil-addunya biraa isin biraan geenya.
NU hordofaa!
Komishiniin Filannoo Biyyaalessaa Israa'el akka jedhetti, filannoo parlaamaa biyyattii gaggeeffama ajiruun hanga ammaa sagalee miliyoona 1.6 lakkaa'ameera. Hanga ammaatti kan lakkaa'amerraa Likud Paartiin Netaaniyaahuu dursaa jira.